Angeelaa Meerkel yeroo lammataaf wayita hoollatan
Maxxanfame
Chaansilarri Jarmanii Angeelaa Meerkel yeroo lammataaf wayita hoollatan mul'atan.
Guyyoota saddeet duras wanti wal fakkaataan isaan mudatee ture, dhangala'aan qaama keessaa dhabamuudha jedhame.



