Hoggansaa fi dubartummaa
Maxxanfame
Rakkoowwan adda addaa adeemsa keessatti dubartoota quunnaman anas na mudataniiru. Akkuma yeroo tokko hojii injifannoon keessa darbamu hunda, hojii keessatti bu'aa bahiifi gufachuun kanuma jiruudha. Lachurraayyu ni baratama. Hunda caala bu'aa bahii keessatti abbaatu sirriitti ofi hutubu qabaata.


