Bara Haaraa Addeessaa: Godaansa kanaan Chaayinooti miiliyoonaan lakkaawwaman gara qe'ee isaanii deemu
Maxxanfame
Chaayinooti Bara Haaraa waggaa Booyyee jedhan kabajuufi maatii isaanitti makamuuf gara qe'ee isaanitti imala dheeraa taasisaa jiru. Namooti miiliyoonaan lakkaawwanis akka deeman ni eegama.
