Harka malee dhalachuu koo, haati koo balleessa ishee itti fakkatee ture

Ibsa waa'ee viidiyoo, Harka gutuu waliin dhalachuu dhabuu kootti, haati koo balleessa ishee itti fakkatee ture
Maxxanfame

Maartiin Inguugii miidhama qaamaa haati isaa dhorksuuf hedduu yaaltee waliin Keeniyaatti dhalate. Aartiin ilaalcha namoonni naaf qaban akkan cabsu na gargaare jedha.